Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Balaan buufata xiyyaaraa Jimmaarra qaqqabee kan jirree ta’uu Ministir deettaan Ministeerri Geejjiba obbo Kaasahuun Goofeen ibsaniiru.
Obbo Kaasahuun, miidayaaleen biyya alaa tokko tokkoo fi miidiyaleen hawaasaa kaleessaa waaree booda buufata Xiyyaaraa Jimmaarra dho’iinsi qaqqabee buufatichi cufaa ta’uu ibsa turuu isaanii hubanneerra jedhan.
Buufanni xiyyaarichaas yeroo ammaa kana tajaajila idilee laachuurratti akka argamu ibsaniiru.
Odeeffannoon tamsa’ees dhugaarra kan fagaatee ta’uu hawaasni hubachuu qaba jedhaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.