Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Balaa lolaa Neeppaalii fi Hinditti qaqqabeen lubbuun namoota 180 darbu ibsameera.
Hindi naannoo Utiraankaa, Karaaalaa fi Neeppaalitti roobni cimaan roobuusaatiin balaa lolaa qaqqaabeen lubbuun namoota 180 ol darbuun isaa ibsame.
Balaa kanaan kirkirrii lafaa mudachuun manneen jireenyaa hedduun jijjiguu ibsameera.
Hindi kutaa Utiraankaatti yoo xinnaate lubbuun namoota 55, akkasumas Neeppaalitti 88 darbeera.
Hindi kutaa kibbaa Kaaraalaattis rooba cimaa roobeen lubbuun namoota 42 darbeera.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna