Balaa Ityoophiyaarratti aggaamame baraaruuf Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna – jiraattoota magaalaa Dirree Dawaa

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Balaa Ityoophiyaarratti aggaamame baraaruuf Raayyaa Ittisaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu jiraattoonni magaalaa Dirree Dawaa ibsan.
Bulchiinsa magaalichaatti ‘Ityoophiyaa baraaruuf fagoo nan deema, wareegama kamiiyyu nan kaffala’ mata duree jedhuun imalli lafoo gaggeeffameera.
Raayyaa Ittisaa wareegama lubbuu kaffalaa jiruuf dhiiga isaanii kan arjooman ta’uu jiraattoonni magaalichaa ibsaniiru.
Miyaahil Mallaseetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment