Balaa ibiddaa Kaanaadaatti mudateen jiraattoonni kumni 30 ol buqqa’uun ibsame

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Kaanaadaatti mudateen jiraattoonni kumni 30 ol qa’eef qabeenyaa isaaniirraa buqqa’uu ibsameera.

Balaan Ibiddaa kun kutaa biyyattii hedduu uwwisuun isaa eerameera.

Kaanaaddatti balaan Ibiddaa akkanaa mudatee kan hin beekne ta’uun ibsameera.

Mootummaan biyyattii naannawwaa balichi mudatee keessatti labsii yeroo ariifachiisaa labsuun isaa CGTN gabaaseera.

Jiraattonni kuma 36 ol immoo balaa kanaaf saaxilamuun isaanii hin ooluu shakkii jedhuun of eggannoo akka taasiisaaniif itti himamuun eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment