Balaa abiddaa magaalaa Baahir Daaritti qaqqabeen manneen jireenyaa 22 irratti miidhaan gahe

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Balaa abiddaa magaalaa Baahir Daaritti qaqqabeen manneen jireenyaa 22 irratti miidhaan gahe.
Balaa abiddaa magaalaa Baahir Daar Ganda 03 naannoo Gudoo Baahiiritti qaqqabeen manneen jireenyaa 22 irratti miidhaan gaheera.
Hogganaan Poolisii Bulchiinsaa magaalaa Baahir Daar Inspaaktar Asaffaa Nigusee balichi bakka hojiin bidden tolchuurraa ka’uu hubachiisaniiru.
balichaan qabeenyi Birrii kuma 300 olitti tilmaamamu barbaada’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment