Bakka buutoonni Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii naannoo Afaaritti deeggarsa lammiilee buqqa’aniif taasiifamaa jiru naanna’uun daawwatan

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Jilli garee Bakka buutoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii naannoo Afaaritti deeggarsa lammiilee buqqa’aniif taasiifamaa jiru naanna’uun daawwateera.
Jilli Ityoophiyaatti qindeessituu Waajjira Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dooktar Kaatiriin Sooziin darbu lammiilee kanneen daawwateera.
Bakka Buutoonni Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi dhaabbilee deeggartootaa Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa dhiyeessaa jiranii deeggarsa buqqaatoota kanneeniif taasiifamaa jiru naanna’uun daawwataniiru.
Dhaabbileen mootummaa fi miti mootummaa deeggarsa namoomaa dhiyyeessaa jiran waliin marii taasiisaniiru.
Haala deeggarsa namoomaa caalmaatti saffisiisuun danda’amurratti marii taasiisaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment