Baga Ayyaana Irreechaa nagaan geessan – Pir. Saahilawarq

Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan.

Ummanni Oromoo hundi baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan geessaan jedhan.

Ayyaanichi ayyaana nageenyaa fi fayyaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment