Badhaasni noobeelii Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama

Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Badhaasni noobeelii nageenyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama jedhame.

Abbaan Taayitaa Eegumsa Hambaalee akka beeksisetti badhaasni noobeelii nageenyaa addunyaa 10ffaan Dilbata dhuftu goda hambaa ni kaa’ama.

Badhaasichi hoggansi mootummaa fi namoonni beekamoon bakka argamanitti goda hambaa gala.

Comments (0)
Add Comment