Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Badhaasni nama gaarii marsaa 11ffaan Hoteela Interleegzyariitti gaggeeffameera.
Sagantichaan namoota sadarkaa addunyaatti Itiyoophiyaa maqaa gaariin waamsisaniif beekkamtiin laatameera.
Badhaasni dameewwan adda addaan kan laatame yoo ta’uu, damee Barsiisummaan Yirgaa Taklee yoo injifatu, damee qorannoo fi hambaaleen Dhaabbanni Qorannoo fi qoo’annoo Itiyoophiyaa moo’ateera.
Walumaan galaan Dhaabbatichinamoota biyya isaaniif waan gaarii hojjetan 28 badhaaseera.
Fatiyaa Abdallaatu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.