Badhaasni bakka bu’iinsa hin qabne meedaaliyaa Tiqur Anbassaa fi Meedaaliyaa injifannoo Adwaa hoggantoota Rayyaa Ittisa Biyyaaf kenname

Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Badhaasni bakka bu’iinsa hin qabne meedaaliyaa Tiqur Anbassaa fi Meedaaliyaa injifannoo Adwaa hoggantoota Rayyaa Ittisa Biyyaa garaagaraaf kenname.

Haaluma kanaan:-

Badhaasa bakka bu’iinsa hin qabne meedaaliyaa Tiqur Anbassaa Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin kan badhaafaman

  1. Fiild Maarsha Biraanuu Julaa
  2. Jeneraal Abbabaawu Taaddasaa
  3. Jeneraal Baacaa Dabalee
  4. Leetenaal Jeneraal Alamsheet Daggifee

Badhaasa bakka bu’iinsa hin qabne meedaaliyaa Meedaaliyaa injifannoo Adwaa Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin kan badhaafaman

  1. Jeneraal Geetaachoo Guddinaa
  2. Leetenaal Jeneraal Balaay Siyyum
  3. Leetenaal Jeneraal Zawuduu Balaay
  4. Leetenaal Jeneraal Massalaa Masarat
  5. Leetenaal Jeneraal Shuumaa Abdataa
  6. Leetenaal Jeneraal Abdurahimaan Esmaa’el
  7. Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa
  8. Leetenaal Jeneraal Salamoon Ittafaa

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment