Badhaadhinni filannoo yoo injifate paartileen morkattoota akkaataa hirmaannaa isaaniin caasaa mootummaan keessatti bakka bu’iinsa akka argatan taasiifama – Dooktar Abiy

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Paartiin Badhaadhinaa filannoo yoo injifate paartileen morkattoota akkaataa hirmaannaa isaaniin caasaa mootummaan keessatti bakka bu’iinsa kan argatan ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Caasaa mootummaa gadi aanaa hanga sadarkaa olaanaatti bakka bu’iinsa kan argatan ta’uu ibsaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa kan moo’atamu yoo ta’e ammoo moo’achuu Ityoophiyaa mirkaneessuuf paartii injifateef aangoo karaa nagaan dabarsanii kan laatan ta’uu himaniiru.

Ityoophiyaanoonni siyaasarra biyyat caala jechuun filannoo diimookiraatawaa gaggeessuun biyya isaanii moo’attuu taasiisaniiru jedhan.

Xibabasillaasee Jambaruutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment