Baazaariin Irreechaa baname

Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Jala bultii Irreechaa sababeeffachuun Baazaariin Irreechaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti banameera.

Baazaarii kanarratti uffannaaleen aadaa garaagaraa fi meeshaalen Faaya Aadaa Oromoo garaagaraa dhiyaateeera.

Hawaasni irreecha irreeffachuuf dhufu waan barbaadu gatii madaalawaan akka argatuuf kan kaayyeffate ta’uun eerameera.

Sirna baniinsaa sagantichaarratti Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Obbo Abdulhaakiim Muluu fi qondaaltonni olaanoon Naannoo Oromiyaa biroon argamaniiru.

Mulugeetaa Girmaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment