Baayer Muunik Waancaa Suuppar Kaappii Awrooppaa moo’ate

Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Baayer Muunik Seeviyaa 2 fi 1 injiafchuun abbaa Waancaa Suuppar Kaappii Awrooppaa 2020 ta’eera.
Shaampiyoonaan Shaampiyoons Liigii Awrooppaa bara 2019/20 Baayer Muunik, Shaampiyoonaa Liigii Awrooppaa bara 2019/20 Seeviyaa goolii 2 fi 1n injifachuun bara taphichaa waancaa 4 gola isaatti galfateera.
Baayer Muunik PSG moo’achuun Shaampiyoonaa Shaampiyoons Liigii Awrooppaa bara 2019/20 ta’uun isaa kan yaadatamuudha.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment