Baatiwwan lamaan dhufanitti talaallii covid-19 hanga miiliyoona 9 gara biyyatti galchuuf hojjetamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Baatiwwan lamaan dhufanitti talaallii covid-19 hanga miiliyoona 9 gara biyyatti galchuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa ibsaniiru.
Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa talaalichaa fi “akkan isin tajaajiluuf maaskii godhadha” jedhurratti ibsa laataniiru.
Talaallicha lammiile dursa fudhachuu qaban, hojiin adda baasu hojjetamaa jiraachuu eeraniiru.
Kanaanis, ogeessoota fayyaa, hojjettoota fayyaa hawaasaa, qaamolee tajaajila geejjibaa hawaasaa laatanuiif dursa ni kennama jedhaniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment