Finfinnee, Caamsaa 14, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Buna Gabaa Alaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayii Ityoophiyaa beeksiseera.
Bara kana Buna Gabaa Alaaf dhiyaaturraa galii Doolaara biiliyoona 1fi miiliyoona 800 argachuuf karoorfamee baatiwwan kurnan darbanitti Doolaarri biiliyoonni 1 argamuu Daayrektarri Olaanaan Abbaa Taayitichaa Dooktar Addunyaa Dabalaan ibsaniiru.
Gabaa Idil Addunyaarratti gatiin Bunaa % 32 hir’ina argarsiisuu himaniiru.
Maddi:DhPI
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.