Baatiwwan 6n darbanitti lammiilee miiliyoona 1.7 carraan hojii Uumamuu Manni Maree Carraa Hojii Uumamuu Biyyaalessaa beeksiseera.
Carraan hojii walakkaa waggaatti uumamee kun isa bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame % 49 caalmaa qaba jedhan Komishinarri Komishinii Carraa Hojii Uumuu Federaalaa obbo Nigusuu Xilahuun.
Walakkaa waggaa kanatti damee qonnaan % 30, Indaastiriin % 32, Damee tajaajilaan % 44 carraa hojii uumuun danda’amuu ibsaniiru.
Bisiraat Mallastu gabaase.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!