Baatiwwan 3n darbanitti yeroo garagaraatti naannoo Tigiraayitti argamuun deeggarsa taasisuuf miseensoota dhaabbilee idil addunyaa 75f eeyyamni laatame – Ministeera nageenyaa

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Baatiwwan 3n darbanitti yeroo garagaraatti naannoo Tigiraayitti argamuun deeggarsa taasisuuf miseensoota dhaabbilee idil addunyaa dhimmi ilaallatuu guca guutuun argamaniif 75f eeyyamni laatamuu Ministeera Nageenyaa beeksise.
Aadde Mufaariyaat Kaamiil naannoo Tigiraayitti adeemsa olaantummaa seeraa kabachiisuun walqabatee baatiiwwan 3n darbanitti dhaabbilee addaa mootummoota gamtoomanii dabaltee dhaabbileen idil addunyaa 26 ol waliin tahuun deeggarsa namoomaa fi hojii deebisanii dhaabuu irratti hojjechaa turuu ibsaniiru.
Baatiwwan 3n darbanitti yeroo garagaraatti naannoo Tigiraayitti argamuun deeggarsa taasisuuf miseensoota dhaabbilee idil addunyaa 75f eeyyamni laatamuus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment