Baatiiwwan shanan darbanitti qoodinsi galiiwwanii waliinii naannooleef Birriin biiliyoona 9.8 akka darbu ta’uu Ministeerri Galiiwwanii beeksise

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Baatiiwwan shanan darbanitti qoodinsi galiiwwanii waliinii naannooleef Birriin biiliyoona 9.8 akka darbu ta’uu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Kanaanis, Adoolessa, 2012 hanga Sadaasa 30, 2013tti naannoo oromiyaaf Birrii Biiliyoona 3 fi Miiliyoona 400 fi miiliyoona 33 fi kuma 300 fi kuma 37, naannoo Amaaraaf Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 51 fi kuma 500 fi kuma 95, naannoo Kibbaaf Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 600 fi miiliyoona 2 fi kuma 900 fi kuma 22, naannoo Somaaleef Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 94 fi kuma 300 fi kuma 30 akka darbeef eerameera.
Akkasumaas naannoo Tigiraayiif Birrii miiliyoona 600 fi kuma 700 fi kuma 89, naannoo Sidaamaaf Birrii miiliyoona 400 fi kuma 700 fi kuma 300, naannoo Afaarif Birrii miiliyoona 300 fi kuma 800 fi kuma 88, naannoo Beenishaanguul Gumuuzf Birrii Miiliyoona 100 fi miiliyoona 82 fi kuma 300 fi kuma 22, naannoo Gambeellaaf Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 32 fi kuma 500 fi kuma 10, naannoo Harariif Birrii miiliyoona 75 fi kuma 700 fi kuma 25 qoodinsi galiiwwanii waliinii akka qoodame ta’uu ministirri galiiwwanii obbo Laaqee Ayyaalaw ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment