Baatii Sadaasaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 68tti tilmaamamuu fi maallaqni seeraan alaa too’atameera

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) – Baatii Sadaasaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 68tti tilmaamamuu fi maallaqni seeraan alaa too’atameera.
Meeshaaleen kontiroobaandii gara keessaatti seenaan tilmaama Birrii 213,620,309 qabanii fi Meeshaaleen kontiroobaandii gara alaatti bahuuf jira tilmaama Birrii 54,526,384 qaban seeraan ala bahuuf turan too’atamaniiru.
Meeshaaleen too’ataman kanneen akka elektirooniksii uffata, akaakuu nyaataa fi dhugaatii, konkolaatoota fa’i.
Gocha kana irratti hirmaachuun kan shakkaman namoonni 95 too’annoo seeraa jala oolaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment