Baatii Sadaasaa keessa gatiin Boba’aa haaluma baatii darbeen itti fufa – Ministeera DWN

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) – Baatii Sadaasaa keessa gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba’aa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeskise.

Boba’aa Xiyyaaraan ala gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa biroo hanga Sadaasa 30, 2015tti haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibsa Faanaa Broodkaasting Korporeetiif ergeen himeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment