Baatii Muddee meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 44 ol tti tilmaamaan to’annaa jala oolan

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)-Baatii Muddee darbeetti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 44 olitti tilmaamaan to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Sakattoo qindoominaan taasifameen meshaaleen kontiroobandii galii Birrii miiliyoona dhibba 2 miiliyoona 74 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 8 fi 289 itti tilmaamanii fi maallaqni seeraan alaa to’annaa jala oolaniiru.
Meeshaaleen kontiroobaandii baasii Birrii miiliyoona 70 itti tilmaamaan to’atamuu himameera.
Waliigala baatiichatti meeshaaleen kontiroobaandii adda addaa Birrii miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 44 fi kumni dhibbi 7 fi kumni 25 fi 978 to’atamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment