Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Baatii Caamsaarraa eegalee Lammiileen Ityoophiyaa kumni 25 fi 472 biyyoota saddeet irraa gara Ityoophiyaa deebi’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil ibsaniiru.
Ministirittin baatiiwwan darban dhimma lammiilee deebitootaarratti qindeessummaa ministeera nageenyaa Ministeera dhimma alaa, dhaabbilee itti waamamoo ministeera nageenyaa, Ministeera dhimma hojjetaa fi hawaasummaa akkasumas dhaabbilee miti mootummaa waliin qindoominaan hojjechaa tureera.
Kaleesa galgalaarra eegalee lammiileen kumni 3 fi 691 Saa’ud Arabiyaarra deebi’uusaanii Ministirittiin fuula miidiyaa hawaasa isaaniin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.