Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon Waldaa Aksiiyoona Baankii Sidaamaa hojii eegalchisaniiru.
Sirnicharratti Pireezidaantii Naannichaa Obbo Dastaa Leeddaamoo dabalatee hoggaantoonni olaanoo nannichaa fi baankiichaa biroon argamuu ragaan Waajjira Pireeziidaantii naannichaarraa argamne ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.