Baankiin Oromiyaa sagantaa qusadhaa, sharafadhaa badhaafamaa jedhuun abbootii carraatiif badhaasa laate

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Baankiin Oromiyaa sagantaa qusadhaa, sharafadhaa badhaafamaa jedhuun abbootii carraatiif abbootii carraatiif badhaasa laateera.

Maqaa fi mallattoo isaa yeroo dhiyootti kan jijjirrate Baankiin Oromiyaa maamiltoota isaa sharafa alaa irratti abbootii carraa ta’aniif sagantaa badhaasaa gaggeesseera.

Haaluma kanaan carraawwan 6  bahaniiru.

Abbootiin carraa 1ffaan Konkolaataa Fe’umsaa ‘Ayisuuzii’, carraa 2ffaan Baajaajii, carraa 3ffaan Motoor Saayikiloota 4, carraa 4ffaan Motoora bishaan harkisu 8, carraa 5ffaan Soolaariiwwan 6 fi carraa 6ffaan moobaayiloota 40 badhaafamuu OBN gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

Comments (0)
Add Comment