Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Baankiin Misooma Afrikaa diriirsa daddabarsa sarara humna Elektirikaa Ityoo – Keeniyaa raawwachiisuuf kan oolu liqaa Yuuroo miiliyoona 26 raggaasiseera.
Sarara lafa keessa diriiru abbaa vooltii 132 kiiloo miitira 16.5 raawwachiisuuf oola jedhame.
Keeniyaan hanqina dhiyeessa humnaa biyya ishee guutuuf caalbaasiin Ityoophiyaarraa Humna Elektirikaa bituu kan eegalte bara darbe ture.
Biyyoonni lamaan waliigaltee dhiyeessii Humna Elektirikaa waggaa 25 waliif mallatteessaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.