Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Sagantaa ba’iinsa carraa lootorii maammiltoota dabarsa fi jijjiirraa maallaqaa biyyoota alaa ifoomseera.
Baankichi carraa lootorii maammiltootaa har’a waajjira Lootorii Biyyaalessaattti kan ifoomse.
Sagantaa maallaqa alaa jijjiiraati badhaafamaa jedhuun Baankichi marsaa 5ffaadhaaf, Carraa 1ffaadhaan konkolaataa fe’umsaa Izuzu NPR,1 Konkolaataa abbaa miila 3 akkasumas TV abbaa Inchii 32 10 bakka Maammiltoonnii fi bulchiinsi looterii biyyaalessaa akkasumas, Preezdaantiin Baankiicha obbo Darribee Asfawu argamanitti carraan badhaafamtootaa baeeera.
Haaluma kanaan,Lakkoofsi Carraa ba’eera.
Carraa 1ffaa-1032337-Konkolaataa fe’umsaa Izuuzu
2ffaa -1033990 – Baajaajii
3ffaa-1009012 – Baajaajii
4ffaa -1004325 -Baajaajii
5ffaa 1035923 -TV Inchii 32
6ffaa -1034086-TV Inchii 32
7ffaa -1028011-TV Inchii 32
8ffaa- 1019626-TV Inchii 32
9ffaa-1008189-TV Inchii 32
10ffaa-1036578-TV Inchii 32
11ffaa 1001976-TV Inchii 32
12ffaa-1002137-TV Inchii 32
13ffaa-1002172-TV Inchii 32
14ffaa-1035139-TV Inchii 32
Yaaddessaa Geetaachootu