Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Diyaaspoorawwan gara biyyaa galaniif tajaajila sharafaa saffisaa ta’e laachuuf qophii ta’uu ibse

Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) – Waamicha Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee Diyaaspoorawwan gara biyyaa galaniif tajaajila sharafaa saffisaa ta’e laachuuf qophii ta’uu Baankiin daldalaa Ityoophiyaa beeksiseera.

Lammiilee Ityoophiyaa fi michuuwwan Ityoophiyaa Ayyaana Qillee kabajuuf gara Ityoophiyaa dhufan sirnaan keessummeessuuf qophiin xumuramuu Preezdaantiin Baankii Daldala Ityoophiyaa obbo Abbee Saannoo ibsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment