Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sagantaa Afxiraa gaggeesse

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sagantaa Afxiraa gaggeesse

Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Sooma ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeesseera.

Sagantichi mata Duree “Ramadaanaatti, Walooma Gaarummaaf “ jedhuun Hoteela Iskaayilaayititti gaggeeffamuu ragaan Baankicharraa argame ni mul’isa.

Saganticharratti Abbootiin Amantaalee, hoggantoonni olaanoo Mootummaa fi Baankichaa akkasumas keessummoonni waamichi taasifameef hirmaachuun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment