Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Damee Abiy eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Damee Abiy Waajjira Muummee keessatti argamu eebbisiiseera.

Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Sannoon keessummoota waamichi taasifameef waliin ta’uun damicha eebbisuun bananiiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment