Baankiin Addunyaa Sudaan Kibbaaf deeggarsa doolaraa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 13 taasise

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC)- Baankiin Addunyaa Sudaan Kibbaaf deeggarsa doolaraa miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 13 taasiseera.

Deeggarsichi Sudaan Kibbaatti hanqina nyaata, omishtummaa guddisuu fi qonnaan bultoota naannichaa deeggaruuf kan ooluu ta’uu ibsameera.

Deeggarsa baankiichi taasiseefis Sudaan Kibbaa kaleessaa fudhateetti.

Maddi:-CGTN

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment