Baankiin Addunyaa sagantaa manneen barnootaaf nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf murteesse

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Baankiin Addunyaa sagantaa manneen barnootaaf nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf murteesse.

Baankichi sagantaa manneen barnootaa magaalaa Finfinneef nyaata dhiyeessuuf Doolaara miiliyoona 25 kennuuf murteessera.

Deeggarsichi dandeettii misooma magaalaa kan tumsu qaama “Urban Productivity Safety Net Program” kan ta’edha.

Itti aanaan kantiibaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee deeggarsa taasifameef galateeffataniiru.

 

Comments (0)
Add Comment