Baankiin Addunyaa fi Ityoophiyaan waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 400 mallatteessan

Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 400 mallatteessaniiru.

Ministirri ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee waliigalticha Interneetiin mallatteessuu ibsameera.

Doolaarri miiliyoonni 350 deeggarsa yoo ta’uu, Doolaarri miiliyoonni 50 liqaa ta’uu ragaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment