Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash Proojektii Kalaqa Hojii jajjabeessu ifoomsee beeksiise.
Baankiin Awaash Proojektii kalaqa hojii jajjabeessu kan sadarkaa biyyaalessaatti hojiirra oolu guyyaa har’aa Bakka Ministirri Ministeera Hojii fi kalaqaa Aadde Mufariyaat Kaamil argamanitti ifoomsuu ragaan Fuula baankichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.