Baankichi Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiise

Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Baankiin Ambasaa naannoo Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiiseera.

Waamicha bulchiinsi yeroo naannichaa taasise hordofee deeggarsa kana taasiisuu ibsameera.

Pireezidaantiin Baankii Ambasaa Obbo Daabi’eel Takasteen magaalaa Maqaleetti argamuun deeggarsicha hoggantoota bulchiinsa yeroo naannichaaf laataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment