Baankichi Sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuuf dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallateesse

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Sirna kaffaltii gibiraa hojiirra oolchuuf Abbaa Taayitaa Galiiwwanii fi Gumuruka Ityoophiyaa fi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa walii galtee mallatessaniiru.

Waliigaltechis gibira walitti qabuuf rakkoolee mudachaa turan maqsuuf sirna kaffaltii gibiraa elektirooniksii ‘e-tax Daraash’ jedhamu hojii irra oolchuuf akka ta’e ibsamu ragaan Baankicharra argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment