Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Baankiin Misooma Afrikaa sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6 raggaasiiseera.
Baankichi daangaa Ityoo-Jibuutii kan ijaarramuuf dhiyeessii humna elektiraa kan ooluu liqaawwan yeroo dheeraatti kaffalamaan lama ifoomseera.
Baankiichi laqaawwan lama raggasiisee keessaa doolaraa miiliyoona 69.65 Ityoophiyaaf akkasumas doolaraa miiliyoona 13. 93 Jibuutiif kan laatuu ta’uu ibsameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.