Baandoonni yeroo dhumaaf ni awwaallamu – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) -Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ityoophiyaa moo’achuun seenaan hin eeyyamamu jedhan.

Seenaan Baandoonni yeroo dhumaaf ni awwaallamu jechuun ibsan fuula Feesbuukii isaaniin.

Ganama har’aa “Biyya koo nan eega, wareegama nan kaffala” mata duree jedhuun hoggantoota kutaalee magaalaa garagaraa irraa walitti dhufanii fi dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makaman hedduuf sirna gaggeessaa taasiifamuu ibsaniiru.

Dhaloonni boonsaan kun biyya isaa garee shiftaa irraa baraaruuf onnee fi kutannoon inni agarsiise, kan ajaa’ibsifamuudha jedhan.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment