Baalli Sammuu adoochu kiiloo giraamni kumni 5 to’aatame

Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona 20tti kan tilmaamamu Baalli Sammuu adoochu kiiloo giraamni kumni 5 to’atamuu buufanni to’aannoo Gumrukaa Hawaasaa Damee Ciiccuu beeksiise.

Eeruu hawaasaan naannoo Sidaamaa aanaa Dheeraa ganda Macishootti oddoo nama dhuunfaa keessatti to’atamuu ibsameera.

Qaamolee dhuunfaa dhimmicha keessaa harka qaban to’achuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment