Baajanni bara 2017 Magaalaa Finfinnee Birrii Biiliyoona 230.39 ta’uun ragga’e

Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Baajataa bara 2017 Birrii Biiliyoona 230.39 raggaasiseera.

Manni Marichaa yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu itti fufeera.

Yaa’ii isaa har’aanis baajata bulchiinsaa magaalichaa Birrii biiliyoona 230.39 dhiyaaterratti mari’achuun ragaasiseera.

Masaafinti Iyyaayyuutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment