Baajanni 2016 Naannoo Afaar Birrii biiliyoona 11.9 ta’ee ragga’e

Finfinnee, Adoolessa 19, 2015 (FBC)- Baajanni bara 2016 naanno Afaar Birrii biliyoona 11.9 ta’ee ragga’e.

Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeesseen baajataa fi karoora bara 2016 naannichaa raggaasiseera.

Haaluma kanaan baajanni bara 2016 naannichaa Birrii biiliyoona 11 fi miiliyoona 993 raggaasiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment