Ayyaanonni Faasikaa fi Iid Alfaxir haala tokkummaa cimsuun kabajamuu qabu – Obbo Kadir Juwaar

Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Ayyaanonni Faasikaa fi Iid Alfaxir haala tokkummaa cimsuun kabajamuu akka qaban Kantibaan Magaalaa Dirre Dawaa Obbo Kadir Juwaar ibsan.

Obbo Kadir Juwaar ayyaanota kanneen sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Wayita kabaja ayyaanota kanneeniin lammiilee rakkoof saaxilamanii fi harka qalleeyyii deeggaraa tokkummaan kabachuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.

Ayyaanonni kunneen ayyaana jaalalaa, tokkummaa fi nageenyaa akka akka ta’u hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment