Ayyaanni Sooma Hiikaa nagaan akka kabajamu qophiin xumurame – Humna Walichaa

Finfinnee, Ebla 25, 2016 (FBC) – Ayyaanni Sooma Hiikaa rakkoo nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.

Humni walichaa naannolee hundaa fi bulchiinsota magaalotaa lamaanitti qophii barbaachisu xumuruun gara hojiitti galuu himeera.

Ummanni wantoota rakkoo nageenyaaf shakkisiisoo ta’an waayita arge qaamolee nageenyaaf eeruu akka kennu waamicha dhiyeesseera.

Humni walichaa hordoftoota amantaa Kiristaanaa fi ummata biyyattii maraaf ergaa baga geessanii dabarseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment