Ayyaanni Seeraa jijjiirra bara haaraa ummata Halaabaa Finfinneetti kabajame

Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) – Ayyaanni Seeraa jijjiirra bara haaraa ummata Halaabaa Finfinneetti kabajame.

Ayyanicharratti Ministirri ministira Aadaa fi Turizimii Dooktar Hiruut Kaasaw, Deettaan Ministira Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayee fi Ittii aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa argamaniiru.

Injiinar Taakkalaan ayyaanicharratti kan argamaan dhalattoota ummata Halaabaan ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanicharratti hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon, dhalattoonni ummata Halaabaa akkasumaas keessummoonni waamichi ta’eef hirmaataniiru.

 

 

Comments (0)
Add Comment