Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Iizii Bahaatti qajeelcha olaanaa Miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessanii fi yeroo turtii isaanii kan uwwisaniif guddinni sadarkaa laatamu ibsameera.
Iizichi bakkeewwan dirqamaaf bobba’e hundatti garee shororkeessaa ABUT adabbii jabaa wayita adabaa jiru kanatti itti gaafatamummaan keessan dabaluun iizichaafis ta’ee dhaabbatichaaf humna guddaa kan ta’e ta’uu ibsameera.
Ergama gara fuulduraatti fudhatanis akkuma kanaan duraa ga’umsaa fi amanamummaan akka bahataniif yaadachiisuu isaan ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.