Ayyaanni Masqalaa Kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)-Ayyaanni Masqalaa sadarkaa biyyaalessaatti Kabajamaa jira.

Ayyaanni Masqalaa “Mootii Ayyaanaa” jedhamuun ayyaana hawaasa biratti bakka olaanaa qabu fi jala bultiitti sirna gubaatiin (Damaraa) kabajamuu eegaluudha.

Jala bultiin isaas sirnoota garaagaraatiin Magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota naannolee garaagaraatti nagaan kabajameera.

Guyyaa har’as sadarkaa biyyaalessaatti Ayyaanni Masaqalaa kabajamaa jira.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment