Ayyaanni masqalaa guutuu biyyaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 17, 2013(FBC)- Ayyaanni masqalaa hordoftoota amantaa kiristaanaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira.
Kaleessa Ayyaanni Damaraa Masqalaa magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota biyyatti garaa garaatti kabajameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment