Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Ayyaanni Kataraa guutuu Ityoophiyaatti hordooftoota amantaa kiristaanaatin guyyaa har’aa ni kabajama.
Ayyaanni Cuuphaa addunyaan Ityoophiyaa caalmaatti akka beektuuf gumaacha olaanaa akka qabu ni dubbatamaa.
Ayyaannichi hordoftoota amantichatin bifaa ho’aa ta’een guyyaa har’aa ni kabajama.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.