Ayyaanni Irreechaa Doloolloo Buddeenatti irreeffatameera

Finfinee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa bara 2013 Doloolloo Buddeenaatti irreeffatameera.

Irreechi Hora Finfinnee waggoottan 150 erga addaan cite booda bara darbee kan eegalee.

Guyyaa har’aas Irreechi Hora Finfinnee yeroo 2ffaaf bakka isaa ganamaatti Abbootii Gadaa,haadholii siinqee,qeerroo fi qarreen irreeffatameera.

Sirna kabaja ayyaanacharrattis sabaa fi sablammoonni hirmaataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment