Ayyaanni Irreechaa faajjii tokkummaa fi mallattoo sabdaneessummaati – Hadhoolii Siinqee

Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Kabajni Ayyaana Irreecha faajjii tokkummaa fi mallattoo sabdaneessummaa ta’uu Hadhooliin Siinqee ibsan.

Kabajni ayyaana Irreechaa akkaataa duudhaa eegee fi sirna dhalootaa dhalootaatti darbuun kan raawwatamu ta’uu eeraniiru.

Ayyaanicha ayyaana waltajjii nangeenyaa ta’uu eeruun, dubartootaaf iddoo olaanaa kan kennu ta’uu himaniiru.

Irreechaan waltajjii nageenyaa, mallattoo tokkummaa fi sabdaneessummaa ta’uu haadholiin Siinqee himuu TOI gabaaseera.

Ayyaanichi ayyaana jaalalaa, nageenyaa, araaraa fi tokkummaa ta’uu isaan haadholiin Siinqee guyyaa nageenya itti labsaniidha jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment