Ayyaanni Iid Alfaxir magaalaa Ciroo, Beddellee fi Mattuutti kabajame

Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxir waggaa 1444’ffaan Magaalaa Ciroo,Beddellee fi Mattuutti sirnoota adda addaan kabajameera.

Kantiboonni magaaloota kanneenii Ayyaanicharratti argamuun ergaa bagaa geessanii dabarsaniiru.

Hordoftoonni amantichaa wayita ayyaana kana kabajan lammiilee harka qalleeyyii deeggaruun kabajuu akka qaban dhaamuu OBN gabeeseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment